شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

KITAABA
HAJJI`IIFII UMRAA

duree

 Hajji`iifii umraa

Gatii hajji`iifii umra`aa
Adaba Imaltu`uu
Akkaataa hajji`iifii umraa hidhatuu
gosa hidhanna’aa 
Owwaatinsa ( attalbiya )
Waan nama hajji`iifii umraa hidhaterratti dhoowwamu
naamusa  Makka  seenu'uu
Xawaafa dhufiinsaa
Saysakha
Sa`yii
Arafaa dhaabbatuu
Arafa`arraa gara muzdalifa`aa dacha`uu
Muzdalifarraa gara mina yaa`u
Dalagaa guyyaa iida arafa`aa minatti dalagan
Mina buluu
Xawaafa dhaammanna`aa
umraa
Hajjiin ir`atuun waa afurin
Al`ihsaar ( dhoowwamuu )
Ziyaaraa masjida nabi muhammadiifii
Bid’aa bakka ziyaara’atti dhiifamuu qabdu
Waan nama madiinaa dhaqerraa barbaadamu
Dhuma kitaabaa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA
HAJJI`IIFII UMRAA

   
 

 

 

 

DHUMA KITAABAA

 

 

Wannin jalqabarraa hanga asitti dubbadhe heerafii adaba hajji`iitifii umra`aafii ziyaaraa nabiiti nageenyi isaanirratti haa jiraatuu karaa gabaaba`aan .wannin Rabbii isa katabu yookaa barreessuu na qunnamsiisee naa laaffiserraa kajeelu kitaaba kanaan ummata afaan kanaan dubbatu fayyaduu kan qaraatii dandayu qara`ee kan hin dandeenye yookaa hin dhaqqabne shariixa yookaa teeba isaa dhaggeeffatee .

Duuba galanii faarun duraa boodattillee ken Rabbiiti rahmataafii nageenyi isaa gabricha isaa nabi muha-mmadiifii ali`iifii asaabaa nabiitifii warra karaa gaari`iin isaan jala deeme hundaafii wannin waaqni isin qun-namsiisuu kajeelu qaraatii yookaa dubbisuu gaarii dhaggeeffatuu mi`ooytuu barmoota cimaa bu`aa guutuu duuba waan kitaaba kana qaraataniif takkaa dhagg-eeffattaniif fayyaa dayaa waan feetan mara toltuu adunya`aa aakhira`arraa Rabbii keenyaraa argadha .

 

Dr /  Muhammed Rashaad Kabiir Abdullee Kabiir Muummayyaa

carcar  harar

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com